Muummee Ministiraa Dr Abiy Muudama Laatan

Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dhaabbilee federaalaa addaddaaf muudama laatan.

1. Obbo Haaylaay Biraanee Tasammaa; ministir deettaa gorsaa dhimma nageenya biyyoolessaa muummee ministiraa,
2. Dooktar Eefreem Taklee; Koomiishinara Koomiishinii Carraa Hojii Uumuu,
3. Obbo Saandaakoon Dabbabaa; daayreektara olaanaa Inistiitiyuutii Innooveeshin Teeknooloojii,
4. Aadde Faantaayee Gazzaahany; itti aantuu daayreektara Waajjira Farra Si’eessituu Biyyoolessaa
5. Obbo Tamasgeen Xilaahuun; itti aanaa daayreektaraa Dhaabbata Oomishaa fi Raabsaa Meeshaalee Barnootaa,
6. Obbo Muuluqan Qarraa; itti aanaa daayreektaraa Inistiitiyuutii Innooveeshin Teeknooloojii,
7. Obbo G/masqal Caalaa; itti aanaa daayreektaraa Inistiitiyuutii Kaayzanii Ityoophiyaa,
Facebook Comments