Dr. Abiyyi Ahmad Toonii Bileeyir waliin ta’uun Baaleetti ooyiruu misoome daawwatan

Doktar Abiyyi Ahmad Ministira Muummee Biriitaaniyaa duraanii Toonii Bileeyir waliin ta'uun Baaleetti ooyiruu kilaastaraan misoome daawwatan.

Dooktar Abiy Toonii Bilaar waliin ta’uuni oyiruu kilaastara oomisha qamadii godina Baalee aanaa Gindhiir ganda Araddoo Qabsoo daawwatan.

Daawwannaa kanarratti Ministira Muummee Itti Aanaa  obbo Dammaqaa Makonniin fi Pireezdaantin Naannoo Oromiyaa obbo Lammaa Magarsaa aragamaniiru.

Gandichatti qonnaan bultootni lafa heektaara kuma 2 fi 350 irratti kilaastara 133 qamadii Duuram oomishaa jiru.

Facebook Comments